ABDII SABAA Telegram Channel

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯MARIIF
@Abdiisabaa

View in Telegram

Recent Posts

#OduuAmmee

Yuunivarsitii Walloo damee #Xiixaa_Campus ykn mooraa Koolleejii Fayyaa Fi Mediisinii keessatti ijoollen saba Amaara barataa Oromoo eda galgala doormii keessatti sababa sabummaatiin kan kahe reebicha Sukkanneessa irraan geessisaniiru.

Haala nama sukkanneessuun doormii keessatti sibiila Sireen mataafi qaama isaa mara busheessuun reebichaa hamaa irraan kan qaqqabsiisa barataan sabaan Oromoo ta’e kun yeroo ammaa Hospitaala waliigalaa Dasereetti yaalamaa jira.

“Mooraa kana keessatti yeroo baay'ee ilaalchi sabumma ijoollen Oromoo irratti gahama Jira.” Jechuunis barattoonni moorichaa miidiyaa @abdii_sabaa tti waywaataniiru.

Kanuma ilaalchisee ganama harraa barattoonni lagannaa nyaataa taassisaniiru.

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T

Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.

Faannoo Naahoo Sannaay reeffi isaa bakka hin jirretti geggeessaan reeffa isaa taassifame.

Jalqaba baatii Eeblaa keessa naannoo Galma Mileniyeemii Boolee Finfinneetti poolisii waliin dhukaasa uumameen kan ajjeefaman sirni reeffa isaanii osoo reeffi hin jiraatin magaalaa Gondaritti raawwatameera.

Namoonni beeksisaaf maallaqa galchuun osoo isniif hin beeksifamin dogongoraan hafe yoo jiraate karaa @Abdiisabaadm ragaa kaffaltii keessanii nuuf ergaa!
#ADS

Odeeffannoo cryptocurrency, Airdrop fi Teeknooloojii yeroo ammaa jiruufi maallaqaan walqabatan hubannaa gaarii argachuuf hidha armaan gadiitiin nu hordofaa.

Maallaqa hojjedhaa, hanna irraa of eegaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+hC8IyMo_61w4YTZk
https://t.me/+hC8IyMo_61w4YTZk
Ministeerichi Barnootaa Qormaata Kutaa12ffaa Bara Kana ‘Online’ Kennamu Ilaalchisee Ibsa Kenne

Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ‘online’ niin bara kana kennamu ilaalchisee ibsa kenneera.
Qormaata kutaa 12ffaa kana yeroo jalqabaaf karaa bilisa dijitaalaan qoruuf hojii dijitaalessuu hedduun raawwatamaa jiraachuu beeksiseera.
Bu’uura kanaan kilaasteroota bakkeewwan qormaataa adda bahan fuula duratti liinkiiwwan qophaa’an tuquun shaakaluun danda’aman ibseera.

Hanga ammaattis barataan qormaata kana fudhatu ‘username’ fi ‘password’ kan hin arganne yoo jiraate, biiroowwan barnootaaf waan ergameef qindeessitoota manneen barnootaasaaniirraa argachuu akka danda’an Ministeerri barnootaa beeksiseera.

Hojiin kunis kilaasteraan qoodamuu himeera.

Haaluma kanaan:-

Kilaastera 1ffaa
Bulchiinsa magaalaa Finfinnee https://c2.exam.et

Kilaastera 2ffaa keessatti
Naannoo Gaambeellaa https://c3.exam.et
Naannoo Amaaraa https://c3.exam.et

Kilaastera 3ffaa
Naannoo Beenshaangul gumuz https://c4.exam.et
Naannoo Hararii https://c4.exam.et
Naannoo Affaar https://c4.exam.et
Naannoo Oromiyaa 1
•magaalaa Adaamaa: https://c4.exam.et
Magaalaa Agaaroo https://c4.exam.et
Magaalaa Amboo https://c4.exam.et
• Godina Arsii https://c4.exam.et
•Godina Arsii Lixaa https://c4.exam.et
• Magaalaa Asallaa https://c4.exam.et
Baalee https://c4.exam.et
• Magaalaa Baatuu https://c4.exam.et
• Magaalaa Bishooftuu https://c4.exam.et
•Boorana https://c4.exam.et
• Magaalaa Bulee horaahttps://c4.exam.et
• Buunnoo Beddllee https://c4.exam.et
• Magaalaa dodolaa https://c4.exam.et
• Baalee Bahaa https://c4.exam.et
• Boorana Bahaa https://c4.exam.et
•Gujii https://c4.exam.et
• Harargee Bahaa https://c4.exam.et
• Harargee Lixaa https://c4.exam.et
• Magaalaa Hoolataa https://c4.exam.et
• Horroo Guduruu Wallaggaa https://c4.exam.et
• Iluu Abbaa Boor https://c4.exam.et

Kilaastera 4ffaa
Magaalaa Dirree Dhawaa https://c5.exam.et
Naannoo Oromiyaa -2
• Jimmaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Jimmaa: https://c5.exam.et
• Qeellem Wallaggaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Maayaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mattuu: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mojoo: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mooyaalee https://c5.exam.et
• Magaalaa Najjoo: https://c5.exam.et
• Magaalaa Naqamtee: https://c5.exam.et
• Magaalaa Roobee: https://c5.exam.et
• Sandaafaa Bakkee: https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaakkisoo https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaashamannee ከተማ: https://c5.exam.et
• Magaalaa Sgaggar https://c5.exam.et
• Magaalaa Shanoo: https://c5.exam.et
• Shawaa Bahaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Kaabaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Kibba Lixaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Wallagga Bahaa፡ https://c5.exam.et
• Wallagga Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Gujii Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Magaalaa Walisoo፡ https://c5.exam.et

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T

Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Qormaata Kutaa 6ffaa, 8ffaa Fi Kutaa 12ffaaf Qophiin Xumurame – BBO

Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaaf qophiin xumuramuu Biiroon Baarnootaa Naannoo Oromiyaa ibseera.

Qormaata kutaa 6ffaa, kutaa 8ffaa sadarkaa naannootti kennamuufi qormaata biyaaleessaa kutaa 12ffaaf qophiin kan xumurame ta’uu Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr Tolaa Barisoo ibsaniiru.

Oromiyaatti bara kana barattootni kuma 246 ol qormaata kutaa 12ffaa kan fudhatan ta’uu eeraniiru.

Akka Naannoon Oromiyaatti bara kana qormaanni kutaa 6ffaa yeroo jalqabaaf kan kennamu yoo tahu, Barattoonni kutaa 6ffaa kumni dhibba 731 fi 955 kan qoraman ta’uu himaniiru.

Yeroo ammaa Qormaanni giddu gala wiirtuu qormataa hunda qaqqabee jiraachuu kaasuun qophiin qormaataaf taasifamu xumuramuu ibsaniiru.

Akka Oromiyaatti barattoonni miiliyoona 11.6 ta’an barnootaa irratti argamu jedhan.

Gama Onlaayiinin Magaalota Shaggar, Adaamaa, Bishooftuu fi Jimmaatti Barattoonni shaakala ga’aa taasisanii jiraachuus kaafameera.

Kanneen hafanis, Yuuniversitiiwwan Oromiyaa keessa jiranitti shaakaluun ga’umsi isaanii erga ilaalamee gama onlaayiniin kan qoraman ta’uu dubbataniiru.

Waliigala naannichatti barattoonni miiliyoonni1 fi 651 ol qoramaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf qophiin xumuramuu himaniiru.

Qormaanni kutaa 6ffaa Caamsaa 29 fi 30 akkasumas qormaanni kutaa 8ffaa waxabajjii 4 fi 5 akka kennamu ibsuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T

Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Bakka seeraan dhorkametti lallaba amantii geggeessun dhorkameera.

Labsiin dhimma amantii haaraan hojiiwwan akkamii dhorka?

Labsii Dhimma Amantii Ministeera Nageenyaatiin qophaa'e; hojii dhorkamaa dhaabbilee amantiif tarreesse keessatti; Dhaabbileen kunneen amantaa dahoo godhachuun sochiiwwan nagaa fi tasgabbii hawaasaa balaadhaaf saaxilan irratti hirmaachuu ykn deggeruu akka hin dandeenye tumameera.

Wixineen labsii kun dhaabbileen amantii "sochiiwwan nageenya hawaasaa, nagaa, fayyaa, barnootaa fi safuu akkasumas mirgaa fi bilisummaa bu'uuraa lammiilee faallaa ta'an" irraa of qusachuu qabu jedha. Labsiin haaraan kun dhaabbileen amantii "maallaqa seeraan alaa seeraan alaa daddabarsuu irratti hirmaachuu fi akka karaa ta’anii hojjechuu" akka hin qabnes ibseera.

Dhorkawwan wixinee labsii kana keessatti argaman keessaa, kutaa jahaa fi keewwata 32tti qoodame; "Kaayyoo amantii dhaabbileen amantaa hundeeffamanii fi galmaa'aniif ala socho'uun" isaan keessaa isa tokko. Keewwatni xiqqaan biraa dhaabbileen amantaa "amantii biroo xiqqeessuu, arrabsuu, salphisuu, ergaa amantoota gidduutti waldhabdee uumuu danda'u dabarsuu" karaa kamiinuu dhorka.

Labsiin haaraan kun dhaabbileen amantii "bakka seeraan dhorkametti lallaba amantii" akka hin geggeessines dhorka. Wixinee labsichaa keessatti dhaabbileen amantii "dhaabbilee mootummaa, dhaabbilee barnootaa mootummaa ykn dhuunfaa keessatti lallaba amantii gaggeessuu" akka hin dandeenye ibsameera.

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T

Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Ministirri Muummee Ispeen, Saancheez, mootummaan Falasxiin Baha Yerusaalem magaalaa guddoo ishee godhachuun akka hundooftu beekamtii kennuu ifatti beeksise.

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T
🚨Alert

Yuunivarsitii Dabire Birhaan

@ABDII_SABAA
Caamsaa 20

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T

Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Caamsaa 20

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T

Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
See more posts

View in Telegram

Telegram Channel
TeleSearch Telegram Search